Перейти к содержимому

Suprise Aja’iba Biyya German irraa 🇩🇪✈️🇪🇹

Dj Dus Tube

0:00 / 0:00

Suprise Aja’iba Biyya German irraa 🇩🇪✈️🇪🇹

1 835 просмотров · 5 месяцев назад
Dj Dus Tube
49,1 тыс. подписчиков
1 835 просмотров · 5 месяцев назад
Baga nagaan dhuftan! 🇩🇪✈️🇪🇹 Imalli kun imala addaa fi gammachuu guddaa qabuudha. Obbolee tiyya jaallatamtuu Hamdiya fi Iftu (Gaati Ijaa) erga yeroo dheeraa biyya German turanii booda, gara biyya dhaloota isaanii Ethiopia yeroo deebi'anitti surprise ajaa'ibaa kana qopheessineef. 🤩 Gammachuu isaanii kana irratti Dj Dus wajin ta'uun simannaa miira namaa tuqu fi kan koflaan guutame goonee jirra. Akkaataa itti wal argan, gammachuu maatii fi simannaa mi'aawaa sana viidiyoo kanaan nu waliin daawwadha! ❤️🔥 Viidiyoo kana keessatti: Simannaa Buufata Xayyaaraa (Airport Arrival) 🛬 Surprise addaa Dj Dus wajin 🎧🕺 Imimmaan gammachuu fi kofla maatii 🥹😂 Qophii nyaataa fi bashannana biyya keessaa 🍗☕️ Tags: #Surprise,#GermanToEthiopia,#HomeComing,#SurpriseAjaaiba,#OromoVideo,#TravelVlog,#FamilyFirst,#WelcomeHome,#BiyyaGale,#Oromia,#djdus,DonkeyTube,#EBS,#SeifuonEBS,#Eshatu,#DinkLijoch,#HopeMusic,#MinewShewaTube,#AbelBirhanu,#Marsiil,#Ethiopia,#AddisAbaba,#Habesha,#Ethio,#ViralEthiopia,#Trending,#NewVideo2026,#Shorts,#ኢትዮጵያ,#IcittiiIsaa,#AfaanOromo,#Interview,#SecretsRevealed,#OromoMusic,#Kutaa1ffaa,#Finfinnee,#Oduu,#MuslimEthiopia,#OromoMuslim,#Jafetub,#Jafeprank,#AfaanOromoo,#Mrbest,#Muaz,#fy