#Majnun_Layla **Layla fi Majnun** part 1 – Seenaa Jaalala Bara Baraaf Jiraatu
Al hamza 1
0:00 / 0:00
#Majnun_Layla **Layla fi Majnun** part 1 – Seenaa Jaalala Bara Baraaf Jiraatu
8 231 просмотр · 7 мес. назад
Al hamza 1
738 подписчиков
8 231 просмотр · 7 мес. назад
مجنون ليلى – jaalala sammuu namaa fudhatu, onnee namaa gubatu. Jaalalli dhugaa yeroo hin daangeessu ❤️ #MajnunLayla
Yoo namni tokko jaalala dhugaa argate, akka Majnun Laylaaf maraata. Garuu jaalalli dhugaan kamuu hin badu, seenaa ta’a 💭❤️ #Jaalala #SeenaaJaalala
Majnun Layla jaalate, addunyaa irraanfate. Layla immoo Majnun yaadatte, onnee isaa keessa jiraatte. Jaalalli isaanii seenaa bara baraa ta’e ❤️🔥 #LoveStory #MajnunLayla