Перейти к содержимому

MAGARSAA BEKELE - OOLMAA BAAYYEE (Lyrics)

JI'A GUDDAA

0:00 / 0:00

MAGARSAA BEKELE - OOLMAA BAAYYEE (Lyrics)

319 549 просмотров · 4 г. назад
JI'A GUDDAA
9,04 тыс. подписчиков
319 549 просмотров · 4 г. назад
MAGARSAA BEKELE - OOLMAA BAAYYEE (Lyrics) Oolmaa baayyee narraa qabda Gatii dadhabbii kee na biraa qabda ati Waaqayyo Oolmaa baayyee narraa qabda Gatii dadhabbii kee na biraa qabda ati Waaqayyo Lafti onaan koo siin latee Daraaraan koo ija godhate Lafti onaan koo siin latee Daraaraan koo ija godhate Oolmaa baayyee narraa qabda Gatii dadhabbii kee na biraa qabda ati Waaqayyo Oolmaa baayyee narraa qabda Gatii dadhabbii kee na biraa qabda ati Waaqayyo Biqilaan koo qummuudee latee margee miseera Boojuun gurmuun deebi’ee barri weedduu ga’eera Oolmaa baayyee narraa qabda Gatii dadhabbii kee na biraa qabda ati Waaqayyo Oolmaa baayyee narraa qabda Gatii dadhabbii kee na biraa qabda ati Waaqayyo Bara daaddee ijoollummaa isa jette waa’ee koo Na haamsiste ulfina isa naan jette kakuu koo Oolmaa baayyee narraa qabda Gatii dadhabbii kee na biraa qabda ati Waaqayyo Oolmaa baayyee narraa qabda Gatii dadhabbii kee na biraa qabda ati Waaqayyo Guyyaa rakkoo wawwaannaan situ hirmaate gadda koo Si qaqqabee na baatee ofitti qabe mataa koo Oolmaa baayyee narraa qabda Gatii dadhabbii kee na biraa qabda ati Waaqayyo Oolmaa baayyee narraa qabda Gatii dadhabbii kee na biraa qabda ati Waaqayyo Araarri kee hammeessu diinota kootii durse Eegumsi kee naannoo kootii kuufamee na tikse Oolmaa baayyee narraa qabda Gatii dadhabbii kee na biraa qabda ati Waaqayyo Oolmaa baayyee narraa qabda Gatii dadhabbii kee na biraa qabda ati Waaqayyo #OROMOGOSPELSONG