Перейти к содержимому

Maashaallah! Ibroo Challengii Isaa Fixatee 👏🔥 | Ustaazota Gurguddoo Waliin TikTok LIVE

shahada-tube

0:00 / 0:00

Maashaallah! Ibroo Challengii Isaa Fixatee 👏🔥 | Ustaazota Gurguddoo Waliin TikTok LIVE

151 просмотр · 3 дн. назад
shahada-tube
12,1 тыс. подписчиков
151 просмотр · 3 дн. назад
Maashaallah! 👏🔥 Ibroo challengii isaa xumuruuf Ustaazota gurguddoo Islaamaa waliin TikTok LIVE irratti hirmaateera. Walga'ii addaa kana irratti Ustaazota beekamoo waliin mariin gaarii fi barnoonni Islaamaa ni jiraata, insha Allah. 🤲💚 📍 Bakka: Mana Sumaya Tesfaye 📅 Guyyaa: Onkololeessa 28 (Roobii) 📱 TikTok LIVE Ustaazota hirmaatan: 1. Ustaaz Ibsa Hasan 2. Ustaaz Abdalla Idris 3. Ustaaz Awal Qasim 4. Ustaaz Anas Muhammad 5. Ustaaz Najaah Muhammad 6. Ustaaz Xaahir Galatoo 7. Ustaaz Mahdi Aliyii 8. Ustaaz Goal Sara 📢 Viidiyoo kana hanga dhumaatti ilaalaa, yaada keessan comment irratti nuuf barreessaa, akkasumas channel keenya subscribe gochuu hin dagatinaa! #Maashaallah #Ibroo #TikTokLive #Ustaazota #IslamicReminder #GareeShahaada