Перейти к содержимому

Ustaz ibsa hasan, Rabbiin Biratti Guyyoota Irra Caalaa! Dhaggeeffadhu 20 March 2026

Al-Huda Media

0:00 / 0:00

Ustaz ibsa hasan, Rabbiin Biratti Guyyoota Irra Caalaa! Dhaggeeffadhu 20 March 2026

3 724 просмотра · 6 мес. назад
Al-Huda Media
19,2 тыс. подписчиков
3 724 просмотра · 6 мес. назад
Guyyoota Rabbiin biratti sadarkaa guddaa qaban beektaa? 📿 Darsii kana keessatti Ustaz Ibsa Hasan guyyoota ol’aanaa kana maal akka ta’an, maaliif akka barbaachisan, akkamitti itti fayyadamuu akka qabnu bal’inaan ibsu. Guyyoonni kunneen yeroo addaa Rabbiin itti gabbaramuu, du’aa’iin itti qeebalamu, hojii gaariin itti dachaa argamu dha. Namni yeroo kana dagate kisaaraa guddaa keessa jira. 👉 Barnoota kana irraa: Maaliif guyyoonni kun filataman? Hojii gaarii kamtu caala? Akkamitti jireenya kee jijjiiruu danda’u? 📌 Video kana dhaggeeffadhu, share godhi, subscribe gochuun da’waa kana deeggaru hin dagatin! #UstazIbsaHasan #GuyyootaOlAanaa #IslamicReminder #Daawa #OromooIslam #Khutbaa #Iimaana #BarnootaIslaamaa #MuslimReminder #Dua #Ramadan #Dhugaa