Перейти к содержимому

Paarkii Biyyaalessaa Gaarreen Baalee

OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]

0:00 / 0:00

Paarkii Biyyaalessaa Gaarreen Baalee

3 531 просмотр · 2 года назад
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
1,06 млн подписчиков
3 531 просмотр · 2 года назад
Qophii kana keessatti ijoolleen hubannoo waa’ee Paarkii Biyyoolessa Gaarreen baalee ni argatu. Paarkiin kun eessatti akka argamu? Qabiyyeen bal’ina isaa hagam akka ta’e waan Gaazexeessaani fi Daawwachiisaan ykn hogganaan Paarkii kanaa dubbatu irraa ni argatu. Paarkii Biyyoolessa Gaarreen Baalee keessa Biqiloonni sanyii addaa, Bineensonni Marartee ta’an kanneen akka Gadamsa Baddaa, Jeedala Diimtuu, Tuqaa guddaa faan keessatti argamu. Bosonni Harannaa bulluqii fi Tullu diimtuun akkasumaas Lafti Pilaatoon Saannaatee achitti argama.