Перейти к содержимому

Kirkirri Lafaa Affaaritti Ammas Namoota Qe’eerraa Buqqisaa Jira

VOA Afaan Oromoo

0:00 / 0:00

Kirkirri Lafaa Affaaritti Ammas Namoota Qe’eerraa Buqqisaa Jira

13 353 просмотра · Трансляция закончилась 1 год назад
VOA Afaan Oromoo
165 тыс. подписчиков
13 353 просмотра · Трансляция закончилась 1 год назад
0:00 Qophii Kibxata harraatiif qabnu keessatti 4:46 Magaalaan Waashingitan Sirna Hirbuu Filatamaa Prezidaantii Torban Dhufu Geggeessamuuf Qophii Naga-eegumsaa Cimaatti Jirti 7:33 Hamaas Wixinee Waliigaltee Kan Dhukaasa Dhaabuu Gaazaa fi Booji’amtoota Gad Dhiisuu Fudhachuu Isaa Qondaalonni Dubbatan 10:10 Kirkirri Lafaa Affaaritti Ammas Namoota Qe’eerraa Buqqisaa Jira 17:45 Sababaa Balaa Ibiddaa Los Aanjeles Mudateen Namoota Qehee Ofiirraa Buqqa’aniif Gargaarsawwan Hedduun Taasisanaa Jiru 22:46 Sirna Awwaalchaa Obbo Bulchaa Dammaqsaarratti Firoonnii fi Waahiloonni Isaanii Maal Jedhan? Qophiin Sagalee Ameerikaa Sagantaa Afaan Oromoo; oduu fi qophiiwwan dhimmoota wayitaawaa, akkasumas aadaa, fayyaa, dargaggoota, siyaasa, qonna, misooma fi ispoortii laallatan irratti Wixataa amma Jimaataatti dhihaata. Nu hordofaa.