Перейти к содержимому

Caalaa Bultume - WAGGADHAN NU GA'I (Lyrics) - Oromo (Irreecha) Music

AndyMan

0:00 / 0:00

Caalaa Bultume - WAGGADHAN NU GA'I (Lyrics) - Oromo (Irreecha) Music

36 575 просмотров · 5 лет назад
AndyMan
150 тыс. подписчиков
36 575 просмотров · 5 лет назад
Caalaa Bultume - WAGGADHAN NU GA'I (Lyrics) - Oromo (Irreecha) Music Lammiin koo duruu gadaan bula Marsaa isd ga’uun bara gadaa melba Hamaan tessootti ol hin ba’u Irrechi wagga waggaan dhufa Kan rabii nu ga’uun Hora har-sadee geenye Hora finfineetti wal ga’uuf Uumaama jiidha qabannee Wagga waggaadhaan nu ga’i Xiqqaa guddaan baanee Wagga waggaadhaan nu ga’i Malkaa tulluun yaanee Wagga waggaadhaan nu ga’i Galaata jechuu feenee Wagga waggaadhaan nu ga’i Booruu gannaa baanee Wagga waggaadhaan nu ga’i Booqa birraan nu ga’e….rabbii Wagga waggaadhaan nu ga’i Barri baraana quufaa Wagga waggaadhaan nu ga’i Yayyabee hayyuun duubaa Wagga waggaadhaan nu ga’i Abba gadaatu labsee Wagga waggaadhaan nu ga’i Abba duulaa dabarsee Wagga waggaadhaan nu ga’i Qeerrootu marsee eega…biyya Wagga waggaadhaan nu ga’i Eenyutu abbichuu jeeqaa Wagga waggaadhaan nu ga’i Ayyaantu marse shaggar jira Homtuu nu danda’u kanuma keenya biyyi Hamaan tessootti ol hin ba’u Jabaatu marsee shaggar jira Homtuu sii danda’u jira Folleen oromoo Hamaan tessootti ol hin ba’u Xinnaa nuuf guddisii Jabaa bulchi jenne si kadhannaa Kan dabees qajeelchi Uumaa guddaa sitti abdannaa Irreechi wagga waggan dhufa Kan rabbi nu ga’uun Hora har-sadee geenye Hora finfineetti wal ga’uuf Deebi’e haandhurraatti irreechi Hoo….hoo….ooh Uumaan deebite Hoo….hoo….ooh Ayyaantut ebbise Abbaab biyyaa si’I jabbeessi Hoo….hoo….ooh Uumaan deebite Hoo….hoo….ooh Ayyaantut ebbise Jarraa tokkoof walakkaa kan ture Hoo….hoo….ooh Uumaan deebite Hoo….hoo….ooh Ayyaantut ebbise Hayyuu qabda warra rakkoo furee Hoo….hoo….ooh Uumaan deebite Hoo….hoo….ooh Ayyaantut ebbise Horrii finfinnee isa ganamaati Hoo….hoo….ooh Uumaan deebite Hoo….hoo….ooh Ayyaantut ebbise Ni irreeffannaa ka’I malkatti Hoo….hoo….ooh Uumaan deebite Hoo….hoo….ooh Ayyaantut ebbise Rorroon durii kana booda hin jiru Hoo….hoo….ooh Uumaan deebite Hoo….hoo….ooh Ayyaantut ebbise Dhaloota qubee warra rakkoo furuu Hoo….hoo….ooh Uumaan deebite Hoo….hoo….ooh Ayyaantut ebbise Yeroo dheeraaf Yeroo dheeraaf Adda facaanee Galaata rabbi har’a waltaane Dhiigaan dhufe ilmatti lannee Galaata rabbi har’a waltaane Dhiigaan dhufe ilmatti lannee Galaata rabbi har’a waltaane Dhiigaan dhufe ilmatti lannee Hora gulaalleetti har’a dachaane Falmataa lammii koo Kan birbiirsa gooroo Dhugaan seenaarraa hin dabu Darbeera barri rorro Dhiiga hedduu dhangala’ee Lafee haqqa caccaabee Lji dhiiga roobee Lubbuutu gumaa dhabee Falmataa lammii koo Kan birbiirsa gooroo Dhugaa qalliitti turee Himanna bara rorroo Dhiiga hedduu dhangala’ee Lafee haqqa caccaabee Lji dhiiga roobee Lubbuutu gumaa dhabee Yoom as geenye salphaatti Sirra hin oolu yaa koodee Of kenneeti jabaanis irraatti Sirra hin oolu yaa foollee Seenaan bade nuuf galteettii Sirra hin oolu yaa koodee Wal argina finfinneeti Sirra hin oolu yaa foollee Irreeffadhu malkaa keetti har’a Sirra hin oolu yaa koodee Dhugaa galte gulaalleetti Siran hin oolo yaa follle Wiirtuun kee odaa nabeeti Sirraahin oolu yaa koodee Tumaa lafa akkabeetii Sirraa hin oolu yaa foollee Irreechi irree kooti (2x) Seenaan tiksa anis akka abbaa kooti Irreechi irree keenyaa (2x) Seenaan tiksina nutis akka abba keenya Irreechi irree kooti (2x) Dhiiteen sirbaa kunoo kunis aadaa kooti Irreechi irree keenyaa (2x) Seenaan tiksina nutis akka abba keenya (4x) #CaalaaBultume #Irreecha