Перейти к содержимому

Seenaa Abbaa Keenyaa Qulqulluu Gebre Menfes Qiddus

Daandii Jireenyaa

0:00 / 0:00

Seenaa Abbaa Keenyaa Qulqulluu Gebre Menfes Qiddus

11 065 просмотров · 2 года назад
Daandii Jireenyaa
9,52 тыс. подписчиков
11 065 просмотров · 2 года назад
Baga nagaan gara chaayinaalii yuutuubii daandii jireenyaatti nagaan dhuftan. Chaayinaaliin kun chaayinaalii hafuuraa kan mana kiristaanaa ortoodoksii tewaahidoo Itiyoopiyaati. As irratti tajaajiloonni afaan oromoo kan akka koorsiiwwaan hafuuraa, seenaawwanii fi barumsoota abbootii, barreffamoota ayyaanotaa, fi kkf ni ergaamu. Akka waliin barannuuf maatii keenya yoo taatan baay'ee nu gammachiisa. Dabalataanis miidiyaalee armaan gadii irratti nu hordofuu ni dandeessu Telegram channel : Daandii Jireenyaa (https://t.me/dandijirenya) Facebook account: Daandii Jireenyaa Whatsapp group : Daandii Jireenyaa Instagram name : Tewahedo_Harmeko Youtube link :    / motumatube   Gaaffii fi yaada keessan kabajaanin fudhadha. Dn Motuma +919537364097 Telegram username: @m21harmekoo