AI vs Machine Learning vs Deep Learning vs Generative AI | Garaagarummaan Isaanii Maali? -- Ep. 3
iTUB
0:00 / 0:00
AI vs Machine Learning vs Deep Learning vs Generative AI | Garaagarummaan Isaanii Maali? -- Ep. 3
148 просмотров · 1 месяц назад
iTUB
330 подписчиков
148 просмотров · 1 месяц назад
AI, Machine Learning, Deep Learning fi Generative AI jechuun maal jechuudha? Garaagarummaan isaanii maali? Walitti dhufeenyi isaanii hoo akkam?
Episode 3 keessatti, Artificial Intelligence irraa kaasee hanga Generative AItti hariiroo fi garaagarummaa isaanii fakkeenya salphaa fi hubatamaa ta'een Afaan Oromootiin ni baranna.
Video kana keessatti:
00:00:00 — Seensa
00:00:46 — Artificial Intelligence (AI) Maali?
00:01:28 — Machine Learning (ML) Maali?
00:03:33 — Deep Learning (DL) Maali?
00:05:15 — Generative AI Maali?
00:06:41 — AI, ML, DL fi GenAI walitti dhufeenya isaanii
00: 07:08 — Takeaways
00:08:20 — Cufaa
Series kana keessatti AI bu'uura irraa kaasee hanga Generative AI, LLM, AI Agents, RAG fi teknooloojiiwwan AI ammayyaa birootti tartiibaan ni baranna.
📌 iTUB
AI • Technology • Innovation
Afaan Oromootiin baradhaa!.
Dammaqaa | Bardhaa | Banaa | Ijaaraa
🎯 Inspire 🎯 Teach 🎯 Unlock 🎯 Build
Mata dureewwan keenya:
• Artificial Intelligence (AI)
• AI Tools
• Software Development
• Technology Trends
• Digital Skills
• Online Opportunities
• Entrepreneurship & Innovation
📌 Subscribe godhaa
Subscribe godhaa, Episode 4 hin darbiin.
#AI #MachineLearning #DeepLearning #GenerativeAI #AfaanOromoo #ITUB