Hojii Online Akkamitti Jalqabna? 💻💰 | Freelancing Full Course Afaan Oromo|part 1
Jabaa Tech
0:00 / 0:00
Hojii Online Akkamitti Jalqabna? 💻💰 | Freelancing Full Course Afaan Oromo|part 1
72 просмотра · 3 нед. назад
Jabaa Tech
145 подписчиков
72 просмотра · 3 нед. назад
Hojii Online jalqabuu barbaaddaa? Video kana keessatti hojii online irratti zero irraa kaasee step-by-step baranna.
Fiverr, Upwork, Freelancing, Digital Marketing fi skills online fayyadamuun akkamitti carraa hojii barbaaduu, profile professional ijaaruu, client argachuuf qophaa'uu fi skill kee gara galiitti jijjiiruu akka dandeessu practical examples waliin ilaalla.website keenya https//:jabashop.store/ #nonox #android #productivity
🎯 Course keessatti:
Fiverr & Upwork
Freelancing jalqabuu
Skill filachuu fi guddisuu
Profile professional ijaaruu
Client barbaaduu
Digital Marketing
AI tools fayyadamuu
Online income fundamentals
Dogoggora beginners irraa of qusachuu
📚 JabaShop — Learn • Grow • Earn
⚠️ Course kun galii murtaa'e waadaa hin galu. Bu'aan skill, hojii, yeroo, experience fi market irratti hundaa'a.
Subscribe godhi 🔔 — courses Afaan Oromo dabalataa argachuuf.
🏷️ Tags
hojii online, hojii online afaan oromo, freelancing afaan oromo, fiverr afaan oromo, upwork afaan oromo, online jobs ethiopia, hojii internet, hojii online ethiopia, freelancing ethiopia, fiverr ethiopia, upwork ethiopia, digital marketing afaan oromo, make money online afaan oromo, online business ethiopia, remote jobs ethiopia, ai tools afaan oromo, jabashop, afaan oromo course, freelancing course 2026, hojii online 2026
Hashtags: #HojiiOnline #AfaanOromo #Freelancing #Fiverr #Upwork #DigitalMarketing #JabaShop