ANAAF JETTEE SINGER GURARA TOLERA
Gurara Tolera Official
0:00 / 0:00
ANAAF JETTEE SINGER GURARA TOLERA
170 068 просмотров · 3 г. назад
Gurara Tolera Official
25,4 тыс. подписчиков
170 068 просмотров · 3 г. назад
Maqaakee
maqaakee
maqaakee
Maqaakee faarsuudhaa dheebuunkoo
Maqaakee faarsuudhaa
Maquma keeti bar
Maqaakee faarsuudhaa dheebuunkoo
Maqaakee faarsuudhaa.
Otooti naan dhufnee waaqayyookoo
Otooti naan dhufnee
Otooti naan dhufnee waaqayyookoo
An silaa badeeraa
Otooti naa dhufnee waaqayyookoo
Otooti naa dhufnee
Otooti naa dhufnee waaqayyookoo
An kufee cabeeraa
Otooti naa dhufnee waaqayyoo koo
Otooti naa dhufnee
Otooti naa dhufnee waaqayyoo koo
An du'ee hafeeraa
Dukkanicha narraa molqitee
Ifa waaqarraan na golgitee
Nagaa argateera keessikoo
Si galateeffataa mannikoo
Maannikoo sin galateeffataa
Maannikoo sin galateeffataa
Maannikoo sin galateeffataa
Ohoohoo sin galateeffataa
1.Anaaf jettee waaqarraa buutee
Qaraaniyoo baatee qofaakee
Anaaf jettee waaqarraa buutee
Dhangalaasaa deemte dhiigaakee
Anaaf jettee waaqarraa buutee
Naaf jettee gindillicha baattee
Anaaf jettee waaqarraa buutee
Arfii du'aa cabsitee kaatee
Anaaf jettee waaqarraa buutee
Bakkakoo yesus kan naaf duutee
Sitti aara galfattee lubbuunkoo
Maqaakee faarsuudha dheebuunkoo
Dukkanicha narraa molqitee
Ifa waaqarraan na golgitee
Nagaa argateera keessikoo
Si galateeffataa mannikoo
Maannikoo sin galateeffataa
Maannikoo sin galateeffataa
Maannikoo sin galateeffataa
Ohoohoo sin galateeffataa
2.Anaaf jettee waaqarraa buutee
Bifa namummaa kan uffattee
Anaaf jettee waaqarraa buutee
Lubbuukoo du'aa kan baafaattee
Anaaf jettee waaqarraa buutee
Kan waraanaamte naf bakkaakoo
Anaaf jettee waaqarraa buutee
Qamxal gootee cirtee hidhaakoo
Anaaf jettee waaqarraa buutee
Bakkakoo yesus kan naaf duutee
Sitti aara galfattee lubbuunkoo
Maqaakee faarsuudha dheebuunkoo
Dukkanicha narraa molqitee
Ifa waaqarraan na golgitee
Nagaa argateera keessikoo
Si galateeffataa mannikoo
Maannikoo sin galateeffataa
Maannikoo sin galateeffataa
Maannikoo sin galateeffataa
Ohoohoo sin galateeffataa