WAABARII (waybar) Magaala Xiqqoo Seenaa Hedduu guddaa qabdu Beektu ?
MUE MAX
0:00 / 0:00
WAABARII (waybar) Magaala Xiqqoo Seenaa Hedduu guddaa qabdu Beektu ?
7 843 просмотра · 5 месяцев назад
MUE MAX
24,9 тыс. подписчиков
7 843 просмотра · 5 месяцев назад
#muemax #Waabarii #Waybar #Harargee #Oromia #Seenaa #Aadaa #TravelEthiopia #Tourism #OromoCulture
🌍 Kuusaa Seenaa, Aadaa fi Tourism – Oromiyaa
FOON KIYYA!!
Baga nagaan gara YouTube keenya dhuftan!
WAABARII (Waybar) Magaala xiqqoo taatus, seenaa guddaa qabdi, Video kana keessatti, magaala WAABARII seenaa isii haga iyyaafanne isin daawachiifna.
📍 Iddoo Argama:
Oromiyaa, Godina Harargee Bahaa, Aanaa Meettaa, Araddaa Waabarii (Waybar)
Ibsa Gabaabaa:
Waabarii (Waybar) magaalaa xiqqoo garu umrii, seenaa dheeraa fi hiika guddaa qabdudha. Iddoon kun yeroo dheeraaf bakka qubannaa fi jireenya uummataa ta’ee, aadaa fi duudhaa Oromoo keessatti gahee guddaa qaba.
Naannoon kun uumamaan bareedaa waan qabuuf, seenaa isaa waliin yoo walitti makame, sirnaan beeksifamee fi irratti hojjetame, iddoo nama hawwatu fi waan hedduu nama barsiisu ta’u danda’a.
💬 Yaada keessan nuuf qoodaa:
Ati hoo waa’ee Waabarii (Waybar) kana maal beekta?
Iddoo kam daawachuu barbaaddaa?
👉 Comment irratti nuuf barreessaa 📩
👍 Like gochuun nu jajjabeessa
🔁 Share gochuun hiriyoota keetiif qoodi
🔔 Subscribe gochuun maatii keenya ta’i.
🙏 FOON KIYYA – GALATOOMAA!