Перейти к содержимому

الشيخ حامد أحمد ألفيةابن مالك

majlisa Daarul Uluum

0:00 / 0:00

الشيخ حامد أحمد ألفيةابن مالك

27 просмотров · 2 недели назад
majlisa Daarul Uluum
192 подписчика
27 просмотров · 2 недели назад
Baga nagaan dhuftan gara Majlisa Daarul Uluum! Kun channel barnoota Islaamaa Afaan Oromootiin dhiyaatu dha. Kaayyoon keenya beekumsa Islaamaa sirrii Qur'aanaa fi Sunnah irratti hundaa'e karaa salphaa fi hubatamaa ta'een hawaasa biraan ga'uudha. Channel kana irratti: Barnoota Nahwii fi Afaan Arabaa Hiikkaa fi ibsa Qur'aanaa Hadiisaafi hiika isaanii Aqiiqaa fi Fiqhii bu'uuraa Gorsaa fi yaadannoo Islaamaa Deebii gaaffiiwwan amantii Yoo barnoota kana irraa fayyadamuu barbaaddan, channel kana Subscribe godhaa, mallattoo bilbilaa (🔔) xuquudhaan barnoota haaraa hunda hordofaa. Maatii fi hiriyoota keessaniifis qoodaa. Rabbiin beekumsa nu fayyadu nu haa kennu; hojii keenya hunda ikhlaasaan nuuf haa qeebalu. Aamiin.