Galaana Jaalalaa | (Namni akka koo Jaalalan miidhame waan jiru natti hin fakkaatu)
Monet Beksisa Official
0:00 / 0:00
Galaana Jaalalaa | (Namni akka koo Jaalalan miidhame waan jiru natti hin fakkaatu)
325 153 просмотра · 1 г. назад
Monet Beksisa Official
137 тыс. подписчиков
325 153 просмотра · 1 г. назад
Qophii Galaana Jaalalaa torban torbaniin guyyaa kamisaa galgala galgala isin bira gahuudha. Qophiin kan namoonni garaagaraa muuxannoo fi mudannoo isaanii jaalalaa keessatti dabarsaan itti qoodanii fi dhaloota ittin barsiisaniidha . Namoonni irratti hirmaachuu barbaaddan karri keenya banaadha. youtube keenya subsicribe godhaa. Torbaan kana seenaa Roozaa Nuuruu isin biraan geenya.