"Balaa ibsaatiin harka koo lamaan dhabe" Dhaabii Jaamboo
Kaameettii Podcast
0:00 / 0:00
"Balaa ibsaatiin harka koo lamaan dhabe" Dhaabii Jaamboo
1 106 просмотров · 10 ч назад
Kaameettii Podcast
80,9 тыс. подписчиков
1 106 просмотров · 10 ч назад
Dhaabii Jaamboo balaa tasaatiin harka isaa lamaanuu dhabe. Yeroo ammaa kanatti abbaa ijoollee sadiiti. Namoota digdamaaf carraa hojii uumuunis addunyaa daldalaa keessa nama jirudha.
Turtii keenya kanaan;
~bu’aa obsaa fi cichoomina
~Jaalala dhugaa jiraatamee gochaan agarsiifame
~Ofitti amanamummaa akka warqeetti rakkoodhaan qorame
~Naannoo ofii jijjiiruun gakma ga’insa mul’ata keenyaatiif shoora hagamii akka qabu irratti bal’inaan marii taasisnee jirra. Itti dhiyaadhaa!
Kaameettii Podcast on OBN TV
📺 Tune in to Kaameettii Podcast on OBN TV!
Bringing you insightful discussions on culture, history, society, arts, psychology, economics, and technology—empowering voices and inspiring change.
🔔 Subscribe to our YouTube Channel:
/ @kaameettii_podcast
📱 Follow us on social media:
👉 Facebook: https://www.facebook.com/share/1Dpgmd...
👉 TikTok: https://www.tiktok.com/@kaameettiipod...
👉 Instagram: https://www.instagram.com/kaameettiip...
👉Telegram: https://t.me/kametipodcast
POWERED BY
Meri Dida Promotion
Finfinnee Oromiyaa
@2026