Перейти к содержимому

🔴Maaltu dhokate? Simannaa Kadiir Martu, Callisa Jawar fi Hamza kan ummataa aarsise!

Ahmu ORO и ещё 2

0:00 / 0:00

🔴Maaltu dhokate? Simannaa Kadiir Martu, Callisa Jawar fi Hamza kan ummataa aarsise!

2 291 просмотр · 12 часов назад
Ahmu ORO и ещё 2
2 291 просмотр · 12 часов назад
🔴Maaltu dhokate? Simannaa Kadiir Martu, Callisa Jawar fi Hamza kan ummataa aarsise! ​Sagantaa simannaa Artist Kadiir Martu irratti maaliif gaaffiin ka'e? Fuula miidiyaa hawaasummaa Jawar Mohamed irratti maaliif post ta'uu dhabe? Tarkaanfiin Hamza ummata biratti maaliif mufii uume? Odeeffannoo guutuu fi qeeqaa ilaalcha ummataa hordofaa! ​Vidiyoo kana ilaaluun yaada keessan nuuf qoodaa; Like fi Subscribe godhuu hin dagatinaa! ​#KadiirMartu #JawarMohamed #Hamza #Oromia #OromoNews #Ethiopia