Перейти к содержимому

Neeylu Ar-Rajaa Bisharhi Safiinatu An-Najaa | kutaa 10ffaa | Sheekh Ahmad Najjaash

Zadul Muslim - زاد المسلم

0:00 / 0:00

Neeylu Ar-Rajaa Bisharhi Safiinatu An-Najaa | kutaa 10ffaa | Sheekh Ahmad Najjaash

237 просмотров · 2 нед. назад
Zadul Muslim - زاد المسلم
355 подписчиков
237 просмотров · 2 нед. назад
Barnoota Neeylu Ar-Rajaa Bisharhi Safiinatu An-Najaa kutaa 10ffaa keessatti, Sheekh Ahmad Najjaash kitaaba Safiinatu An-Najaa irratti hundaa’uun barnoota barbaachisaa ta’e Afaan Oromoo tiin nuuf ibsu. 📖 Barnoota kana sirriitti hordofuun, beekumsa Diinii keenya cimsachuu fi wantoota baranne jireenya keenya keessatti hojiirra oolchuu dandeenya. 🎧 Barnoota kana dhaggeeffadhaa, irraa baradhaa, namoota birootiifis qoodaa. 👍 Like godhaa 📤 Share godhaa 🔔 Zādul Muslim Subscribe godhaa, barnoota Islaamaa itti fufiinsaan hordofaa. 🤲 Rabbiin waan nu baranne hundaan fayyadamoo nu haa taasisu, beekumsa keenya nuuf haa dabalu. Aamiin! #NeeyluArRajaa #SafiinatuAnNajaa #SheekhAhmadNajjaash #ZadulMuslim #BarnootaIslaamaa #Fiqhi #afaanoromoo #IslamicOromo