''sildenafil''(viagra) maali? akkamitti hojjetaa?
Toli tube
0:00 / 0:00
''sildenafil''(viagra) maali? akkamitti hojjetaa?
133 просмотра · 1 месяц назад
Toli tube
491 подписчик
133 просмотра · 1 месяц назад
Sildenafil qoricha yeroo baay’ee erectile dysfunction (ED), jechuun dhiiraaf qaama saalaa (penis) jabaatee turuu ykn erection argachuu dadhabuu, yaaluuf itti fayyadaman keessaa isa tokko.
Sildenafil akkamitti hojjetaa?
Sildenafil PDE-5 inhibitor dha.
Sexual stimulation → nitric oxide (NO) gadhiifama.
NO → cGMP dabala.
cGMP → muruqa dhiig-darbaan penis keessa jiru laaffisa.
Dhiigni gara penisitti baay'inaan seena → erection uumama.
Sildenafil enzyme PDE-5 cGMP akka hin caccabne ittisa → erection argachuu fi tursiisuu gargaara.
Hubachiisa: Sildenafil ofumaan fedhii saalaa (sexual desire) hin uumu; sexual stimulation barbaada.
Wantoota ijoo
Garee qorichaa: PDE-5 inhibitor
Fayyadama guddaa: Erectile dysfunction
Yeroo hojii jalqabu: yeroo baay'ee daqiiqaa 30–60 keessatti
Nyaata, keessumaa nyaata cooma hedduu qabu, hojii isaa tursiisuu danda'a.
Qorichi kun STI/STD irraa hin ittisu.
Side effects beekamoo
Headache
Flushing
Dyspepsia/indigestion
Nasal congestion
Dizziness
Visual disturbance yeroo tokko tokko