Перейти к содержимому

Namoonni daa'ima fayyaan kadhachaa turan akkamiin saaxilaaman? | BBC News Afaan Oromoo

BBC News Afaan Oromoo

0:00 / 0:00

Namoonni daa'ima fayyaan kadhachaa turan akkamiin saaxilaaman? | BBC News Afaan Oromoo

4 093 просмотра · 1 дн. назад
BBC News Afaan Oromoo
220 тыс. подписчиков
4 093 просмотра · 1 дн. назад
Godina Kibba Oromiyaa Nageellee Booranaatti maatii dabalatee namoonni daa’ima nama dhukkubsate fakkeessuun ittiin maallaqa kadhataa turan hidhaa cimaan adabamuu Waajjirri Abbaa Alangaa godinichaa ibse. 'Subscribe' gochuuf 👉🏽 : https://bbc.in/45t1XNZ Itti Aanaa Itti Gaafatamaa Waajjira Abbaa Alangaa godinichaa kan ta’an Aab Qaallicha Kanaa akkaataa taateen kun itti mudatee fi adeemsa seeraa keessa darbame akkasumas murtee darberratti BBC waliin turtii taasisaniiru. 👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha. Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC'n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnudha, deeggarsa keessaniif ulfaadhaa. BBC Afaan Oromoo Facebook, Chaanaalii WhatsApp akkasumas TikTok gubbaas argattu. Asumaan maatii BBC ta'aa. Instagram 👉   / bbcnewsafaanoromoo   Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo Facebook 👉🏽   / bbcnewsafaanoromoo   WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029Vawy... TikTok 👉   / bbcnewsafaanoromoo