Перейти к содержимому

"Dhibee kanaan qabamnaan carraan jiraachuu namaa 50% gadi" Dr/ Gaashaahun Mokonnin

Kaameettii Podcast

0:00 / 0:00

"Dhibee kanaan qabamnaan carraan jiraachuu namaa 50% gadi" Dr/ Gaashaahun Mokonnin

1 969 просмотров · 1 день назад
Kaameettii Podcast
76 тыс. подписчиков
1 969 просмотров · 1 день назад
Dr/ Gaashahun Mokonnin sub specialty Wal'aansa dhibee Garaachaa, Mar'immaanii fi Tiruuti. Godina Buunnoo Beddellee aanaa Beddelleetti dhalatee guddate. Digirii isaa jalqabaa Yuunivarsiitii Jimmaa irraa muummee Medicine tiin fudhate. Achumattis Wal'aansa dhibee keessootiin immoo Specialize godhe. Yuunivarsiitii Qiddus Phaawuloositti immoo sub specialty isaa xumure. Yeroo ammaa kanatti gargaaraa Piroofeseraa ta'uun Yuunivarsiitii Jimmaatti hojjechuu irratti argama. Marii keenya har'aatiin; ✅Ka'umsaa fi yaala dhibee garaachaa, mar'immaanii fi tiruu irratti bal'inaan dubbanneerra. ✅Barbaachisummaa kaayyoo ofiitiif cichoomina qabaachuu irratti mari'annee jirra. ✅Bakka xinnoodhaa ka'uun dirree galma ofii qaqqabuun akka danda'amu akkasumas tooftaalee qayyabannaa isaa irratti gadi fageenyaan marii taasisneerra Kaameettii Podcast on OBN TV 📺 Tune in to Kaameettii Podcast on OBN TV! Bringing you insightful discussions on culture, history, society, arts, psychology, economics, and technology—empowering voices and inspiring change. 🔔 Subscribe to our YouTube Channel:    / @kaameettii_podcast   📱 Follow us on social media: 👉 Facebook: https://www.facebook.com/share/1Dpgmd... 👉 TikTok: https://www.tiktok.com/@kaameettiipod... 👉 Instagram: https://www.instagram.com/kaameettiip... 👉Telegram: https://t.me/kametipodcast POWERED BY Meri Dida Promotion Finfinnee Oromiyaa @2026