Перейти к содержимому

Khuxbaa Ajaa'ibaa! Allaah Si Waamaa Jira! Deebii Kenni! #subscribe Maatii Tahaa! Like, Cmnt, Share!

Hakim Hassen

0:00 / 0:00

Khuxbaa Ajaa'ibaa! Allaah Si Waamaa Jira! Deebii Kenni! #subscribe Maatii Tahaa! Like, Cmnt, Share!

1 245 просмотров · 4 дн. назад
Hakim Hassen
123 тыс. подписчиков
1 245 просмотров · 4 дн. назад
💖 As wr wb Ahbaabii Fillaah! Khuxbaan tun Khuxbaa Ajaa'ibaati mata dureen isii dhaa Rabbii Fi Rasuulaaf (Sallallaahu Aleyhi Wa Aaliihi Wasallam) Awwaadhaa jetti. Wallaahi Beekumsa Guddaatu keessa jira Daawwadhaa waliifis share godhaa. Baarakallaahu fiikum 👏♥ • 00:00 - 04:24 Seensa Khuxbaatii Fi Mata Duree Khuxbaa • 04:25 - 08:34 Hiikkaa Aayata Qur'aanaa Fi Jiruun Gaariin Maali? • 08:35 - 14:10 Namni Rabbii Fi Rasuulaaf ﷺ Hin Awwaanne Hongoo Keessa Jira Fi Seenaa Ajaa'ibaa • 14:11 - 18:32 Gammachuun Dhugaa Eessa Jirti? Haala Keenyaa Fi Haala Sahaabootaa • 18:36 -  20:07 Dargaggoon Ammaa Amantaa Islaamaatiif Ilaalcha Akkam Qaban? • 20:09 - 25:18 Nabi Muhammadiif ﷺ Awwaachuun Milkii Dha • 25:25 - 31:30 Khuxbaa Lammaaffaatii Fi Fakkeenya Orma Rabbii Fi Rasuulaaf ﷺ Awwaate Haa Laallu 31:40 - 32:42 Du'aa'ii Xumuraa 32:43 - 32:59 Outro Khuxbaa #hakimhassen34 #islam #islamic #afaanoromo #oro #oromo #khuxbaa