DU'AA'II NABIYYOOTAA HEDDUU SHEIKH AMIIN IBROO
Tv Furmaata
0:00 / 0:00
DU'AA'II NABIYYOOTAA HEDDUU SHEIKH AMIIN IBROO
5 867 просмотров · 1 месяц назад
Tv Furmaata
744 подписчика
5 867 просмотров · 1 месяц назад
Baga nagaan dhuftan gara TV Furmaata tti.
TV Furmaata jechuun chaanaalii Islaamummaa kan keessatti Da'awaa, Barnoota Islaamaa, Gorsa Qalbii Jiisu, Tafsiira Qur'aanaa, Hadiisa Nabi Muhammad (SAW), Seenaa Anbiyootaa, akkasumas deebii gaaffiiwwan amantii irratti barnoota Hedduu Barbaachisoo Tahan qopheessu dha.
Kaayyoon keenya mootummaa Rabbii beeksisuu, qalbii namaa jabeessuu, beekumsa Islaamaa babal'isuu fi ummata keenya gara karaa sirrii qajeelchuudha.
📖 Da'awaa Islaamaa
📖 Tafsiira Qur'aanaa
📖 Hadiisa fi Fiqhii
📖 Gorsa Qalbii Jiisu
📖 Seenaa Anbiyootaa fi Sahaabota
📖 Barnoota Afaan Oromootti
Chaanaalii keenya Subscribe, Like, Share fi Comment gochuudhaan hojii khayrii kana keessatti nu deeggaraa.
TV Furmaata "Da'awaa • Barnoota • Gorsa Qalbiif"
Jazaakumullaahu Khayran.