Перейти к содержимому

WBO' kan mootummaan 'Shanee' jedhuun Tsimdoo keessa akka hin jirre ibse

BBC News Afaan Oromoo

0:00 / 0:00

WBO' kan mootummaan 'Shanee' jedhuun Tsimdoo keessa akka hin jirre ibse

25 032 просмотра · Трансляция закончилась 1 день назад
BBC News Afaan Oromoo
194 тыс. подписчиков
25 032 просмотра · Трансляция закончилась 1 день назад
Nagaan ooltanii? Sagantaa har’aan;- WBO kan mootummaan 'Shanee' jedhuun gamtaa Tsimdoo keessa akka hin jirre ibsuu. -Sa'udi Arabiyaan jeettii waraanaa F-35 jedhamu Ameerikaarra bitachuufi. Israa’el maaliif mormiti? Shubbisuun fayidaa fayyaaf qabuu isinitti himna. -Odeeffannoo ispoortiis qabna, dhiyaadhaa! Kaanis qabnaa dhiyaadhaa! Facebook 👉🏽   / bbcnewsafaanoromoo   WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029Vawy... #ethiopia #bbcnewsafaanoromoo #bbcafaanoromoo #oromoo #egypt #ethiopia Somalia