Перейти к содержимому

Yeroo Akkasii Kana Waldaa Kristiyaanaa Ta'anii Argamuu

Wondimu

0:00 / 0:00

Yeroo Akkasii Kana Waldaa Kristiyaanaa Ta'anii Argamuu

315 просмотров · 5 лет назад
Wondimu
340 подписчиков
315 просмотров · 5 лет назад
Biyyi keenya dhibee koronnaa fi rakkoo siyaasaa gidduutti hammacamaa jirti. Hundinuu furmaatni eessaa dhufa jedhee karaa eegaa jira. Kaan furmaata kennuuf, kaan immoo rakkina kana ittuu hammeessuuf hojjetaa jira. Yeroo akkasii Kristiyaana ta’anii hawaasa keessa jiraachuun itti gaafatamummaa guddaa of keessaa qaba. Waaqayyo ija nama galfata kennatee nu harkaa qabuutiin nu ilaalaa jira. Kanaafis, Waldaan Kristiyaanaas nagaa dhabuu biyyaa kanaaf sababii utuu hin taane, furmaata akka taatuuf hawaasa gidduutti ergamtee jirti. Kun attamitti ta’uu danda’a? Amantootnii fi tajaajiltootni ga'ee keenya ba'uu irratti akka xiyyeeffannuuf Waaqayyo nu akeekkachiisa.