Imala Gara Milkaa'inaa 1| kutaa 2ffaa || Oromoo Motivational
Birraa Infotainment
0:00 / 0:00
Imala Gara Milkaa'inaa 1| kutaa 2ffaa || Oromoo Motivational
5 786 просмотров · 4 года назад
Birraa Infotainment
59 тыс. подписчиков
5 786 просмотров · 4 года назад
Kun qophii imala gara milkaayinaati.
kutaa 1ffaan qophii kanaa 👇
• Imala Gara Milkaa'inaa 1 | kutaa 1ffaa | O...
Qophii kana keessatti ;
kaleessa eessarraa kaane?
Arra eessarra jirra?
Boru hoo eessa gahuuf imalla?
Waan ja'urratti imaltoota gara milkaa'inaa waliin mariyanna.
Akkuman yeroo hunda ja'u barataan yoo jiraate, barsiisan bakka hunda jira.
qophii keenya imala gara milkaayinaatin,
Mudannoo fi muuxannoo,
Ilaalcha fi milkaa'ina Imaltoota keenyarraa waa hedduu akka barattan abdin qaba.
Qophiilee fi Baruumsa keenyarraa bu'aa argachuuf / @birraa-infotainmet
SUBSCRIBE Godhaa hordofaa !
Tiktok: https://vm.tiktok.com/ZM8EsDNWS/
Facebook: / oro-inspire-101825748902877
#Oromo_Motivational