Ai kana fayyadamuu beeknaan Waanti SI dhibu hin jiru..! Gemini Ai Full course
Nati Tech Zone
0:00 / 0:00
Ai kana fayyadamuu beeknaan Waanti SI dhibu hin jiru..! Gemini Ai Full course
3 079 просмотров · 5 месяцев назад
Nati Tech Zone
17,8 тыс. подписчиков
3 079 просмотров · 5 месяцев назад
🎯 Video kanaan Gemini AI maal akka ta’e fi dandeettiiwwan dinqisiisoo inni qabu hundumaa Afaan Oromootiin jalqabaa hanga xumuraatti si barsiisa!
Gemini AI fayyadamanii hojii guyyaa guyyaa mijeeffachuun har’a harka kee jira. Video kun namoota dandeettii teeknoolojii isaanii guddisuu barbaadaniif kan qophaa’edha.
📌 Wanti Video kana keessatti barattu:
✅ Gemini AI Maal? – Hubannoo bu’uuraa.
✅ Afaan Oromoo – Akkaataa inni Afaan Oromoo dubbisuu fi barreessu.
✅ Uumuu Sagalee (Voice Generation) – Sagalee namatti tolu uumuu.
✅ Suuraa HD Uumuu – Akkaataa suuraa qulqullina qabu itti uumnu.
✅ Suuraa Haaromsuu (Enhancement) – Suuraa durii gara haaraatti jijjiiruu.
✅ Muuziqaa Uumuu – Akkaataa AI’n muuziqaa Afaan Oromoo uumu.
✅ Tips & Tricks – Mala dandeettii kee itti guddistu.
💡 Video kun sadarkaa Beginner irraa kaasee hanga Advanced tti dandeettii kee ni qara!
👉 Subscribe godhi – Maatii teeknoolojii ta’i!
👉 Like & Share – Beekumsi hundaaf haa gahu.
👉 Comment – Yaada kee nuuf qoodi, gaaffii qabdu nu gaafadhu.
📲 Technology Afaan Oromootiin barachuu barbaaddaa?
Fuula koo kana hordofuun dandeettii kee gara sadarkaa itti aanutti ceesisi!
join my telegram channel 👇 👇 👇 👇 👇 👇 👇 👇 👇 👇 👇 👇
#GeminiAI #AfaanOromoo #AITutorial #AI2026 #DigitalSkills #OromoTech #TechInOromo #NatiTechZone
#GeminiAI #GoogleGemini #ArtificialIntelligence #AI2026 #TechTutorial #MachineLearning #FutureTech #DigitalMarketing
#AfaanOromoo #Ethiopia #Oromia #NatiTechZone #EthiopianTech #HabeshaTech #finfinnee
#AIForStudy
#StudySmart
#ChatGPT
#GeminiAI
#ExamPrep
#StudyTips
#LearnFaster
#StudentLife
#Education
#SmartNotes
#AItools
#Productivity
#StudyHack
#digitallearning
#Ethiopiauniversityentranceexam
#grade12exam
#Matricexampreparationtips
#HowtopassmatricinEthiopia
#StudytipsforEthiopiannationalexam
#2025Ethiopianmatricstrategy
#RealmatricexperienceEthiopia
#entranceexam2017naturalsciene
#grade12matricexam2016
#matricexam2017
#matricexam2016
#ethiomatricapp
#grade12modelexam2016
#englishentranceexam2016
#entranceexamquestions2016
#ትምህርትሚኒስቴርዜና2016
#grade12modelexam2017
#entranceexamquestionhistory
#mathsentranceexamquestions2016
#entranceexamquestionsbiology
#grade12entanceexam2016socialscience
SUBSCRIBE IT'S FREE / @NatiTechZone
╔═╦╗╔╦╗╔═╦═╦╦╦╦╗╔═╗
║╚╣║║║╚╣╚╣╔╣╔╣║╚╣═╣
╠╗║╚╝║║╠╗║╚╣║║║║║═╣
╚═╩══╩═╩═╩═╩╝╚╩═╩═╝