Перейти к содержимому

DAMMEE tapha gabaabaa OURWAY ENTERTAINMENT qopheesse!

OURWAY ENTERTAINMENT

0:00 / 0:00

DAMMEE tapha gabaabaa OURWAY ENTERTAINMENT qopheesse!

25 741 просмотр · 5 л. назад
OURWAY ENTERTAINMENT
14 тыс. подписчиков
25 741 просмотр · 5 л. назад
tapha gababaa kana viidiyoowwan hedduu waraabnee fi kanneen waraabaa jirru keessaa isa calqaba sin qaqqabu taasisneerra. kuni hojii calqabbiiti hojiiwwan jajjaboo hedduu booharsaa ergaas dhaaman qabannee jirra. haala yeroo waliinis siitkoomii itti fufaa hojjechaa jirru siniin geenya. turtiin keessan nu waliin haa ta'u jechaa yaadaa fi ilaalchi keessan waan nu barbaachisuuf karaa email keenya kenyadandi@gmail.com nuuf ergaa! comment ykn saanduqa yaadaa gara gadii jiru kanaanis ergaa qabdan nuuf kaa'aa! Isin jaalanna! OURWAY ENTERTAINMENT