Перейти к содержимому

Dhukkuba Garaachaa Mallattoo _ Qoricha fi Furmaata

Dr Healthy Africans official

0:00 / 0:00

Dhukkuba Garaachaa Mallattoo _ Qoricha fi Furmaata

62 391 просмотр · 2 года назад
Dr Healthy Africans official
17,9 тыс. подписчиков
62 391 просмотр · 2 года назад
Dhukkuba Garaachaa Mallattoo _ Qoricha fi Furmaata Dhukkuba garaachaa sababoota isaa,mallattoolee dhukkuba,furmaata dhukkuba kana Afaan _ oromo ilaala. viidiyoon Odeeffannoo fayyaa fi Barnoota fayyaa kan irratti hundaa’ee dhukkuba garaachaa, mallattoo isaa, sababoota isa kaasuu danda’an, akkasumas tooftaalee ittisaa fi yaalaa irratti ibsa bal’inaan kenna. Fayyaa keessan eeguuf viidiyoo kana daawwadhaa. 👉 in this video we talk about symptoms Dyspepsia,causes and risk factors that causes dyspepsia,lifestyles tips and preventions, dyspepsia that need emergency and immediate treatment and complications of early untreated dyspepsia this informations covered in this Afaan oromo (oromo) language health education video. Dyspepsia (indigestion) is pain or discomfort on upper abdomen or epigastric area.Dyspepsia can be caused by different factors,common causes are stomach infections and inflammations caused by H.pylori bacteria, excessive production stomach acids,chronic use of anti-inflammatory and antipain (NSAIDs) medications like ibuprofen,aspirin,indomethacin and others,lifestyle causes like smoking and drinking alcohol, and mental illness like chronic stress,depression and anxiety are certain and common factors that causes Dyspepsia. Signs and Symptoms_ Dyspepsia have different combinations and patterns of symptoms and also different people can have or experience different types of symptoms. common and known symptoms are epigastric or upper abdominal pain,burning sensation and discomfort,after eating food feeling uncomfortable and uncommon heavy feelings,loss of appetite or feeling full after eating small amounts foods,vomiting and nausea, and bloating feeling tightness or swelling on upper abdomen. 👉 Beeksisa (Disclaimer): Odeeffannoon video kana keessatti jiru barnoota fayyaa waliigalaa qofaaf dhiyaate, gorsa fayyaa dhuunfaa bakka bu’u hin danda’u. Ani ogeessa fayyaa waan ta’eef, odeeffannoon as kenname tajaajila barnootaa fi odeeffannoo waliigalaa qofa.Yoo rakkoo fayyaa addaa qabdan, qorannoo fi yaala sirrii argachuuf gara ogeessa fayyaa ykn mana yaalaa dhiyaadhaa. 👉 Disclaimer This video is for educational purposes only and is not a substitute for personal medical consultation.Although I am a medical professional, the information shared here is general health education, not individual medical advice.For specific diagnosis or treatment, please visit a  healthcare provider or your local clinic. #DhukkubaGaraachaa #Fayyaa #oromo #AfaanOromoo