Перейти к содержимому

Hoolaa Waaqayyo - Koorsii Dubbii Kiristoos boq 6 k4

Daandii Jireenyaa

0:00 / 0:00

Hoolaa Waaqayyo - Koorsii Dubbii Kiristoos boq 6 k4

180 просмотров · 1 мес. назад
Daandii Jireenyaa
9,69 тыс. подписчиков
180 просмотров · 1 мес. назад
Baga nagaan gara chaayinaalii yuutuubii daandii jireenyaatti nagaan dhuftan. Chaayinaaliin kun chaayinaalii hafuuraa kan mana kiristaanaa ortoodoksii tewaahidoo Itiyoopiyaati. As irratti tajaajiloonni afaan oromoo kan akka koorsiiwwaan hafuuraa, seenaawwanii fi barumsoota abbootii, barreffamoota ayyaanotaa, fi kkf ni ergaamu. Akka waliin barannuuf maatii keenya yoo taatan baay'ee nu gammachiisa. Dabalataanis miidiyaalee armaan gadii irratti nu hordofuu ni dandeessu Telegram channel : Daandii Jireenyaa (https://t.me/dandijirenya) Facebook account: Daandii Jireenyaa Whatsapp group : Daandii Jireenyaa Tiktok Account : Motuma@dandijirenya Youtube link :    / motumatube   Gaaffii fi yaada keessan kabajaanin fudhadha. Dn Motuma +251952500508 Telegram username: @ortodandijirenya