Перейти к содержимому

Abiyyiin Waliyyii Yoo Jenneen Hoo? Haasawa Guutuu Dr. Hajjii Ibraahim Tufaa.

Madda Walabu Media

0:00 / 0:00

Abiyyiin Waliyyii Yoo Jenneen Hoo? Haasawa Guutuu Dr. Hajjii Ibraahim Tufaa.

1 089 просмотров · 2 недели назад
Madda Walabu Media
42,2 тыс. подписчиков
1 089 просмотров · 2 недели назад
Madda Walabu Media — Sagalee Dhalootaa Madda Walabu Media miidiyaa dijitaalaa ta’ee, odeeffannoo, barnoota, dinagdee, hawaasummaa, spoortii, technology fi dhimma hawaasa Oromoo fi Afrikaa irratti xiyyeeffachuun qabiyyee gara garaa dhiyeessa. Kaayyoon keenya odeeffannoo sirrii, madaalawaa fi yeroo isaa eeggate hawaasa biraan ga’uu, dhalootaaf beekumsa dabarsuu fi sagalee hawaasaa ta’uu dha. 📅 Sagantaa Torbee 📰 NEWS — Kibxata | 7:00 PM Oduu haaraa, dhimma biyya keessaa fi idil-addunyaa. 🎙️ PODCAST — Kamisa | 7:00 PM Mariin bal’aan, yaada, beekumsa, muuxannoo fi dhimmoota dhaloota ilaallatan. 🕌 SALAATA JUMU'AA — Jimaata | 5:00 PM Salaata Jumu'aa Masjid Nur irraa kallattiin. 📰 NEWS — Jimaata | 7:00 PM Oduu haaraa fi dhimma yeroo. 🎙️ PODCAST — Dilbata | 7:00 PM Podcast addaa, marii fi qophii dhalootaaf ta’u. 🎯 Qabiyyee Madda Walabu Media • 📰 News & Current Affairs • 🎓 Barnoota • 💰 Dinagdee • 👥 Hawaasummaa • ⚽ Spoortii • 💻 Technology • 🎙️ Podcast & Interviews • 🕌 Sagantaa Islaamaa • 🌍 Dhimma Oromoo, Afrikaa fi Addunyaa Subscribe godhaa, Like godhaa, Comment godhaa, Share godhaa. Madda Walabu Media — Sagalee Dhalootaa. #MaddaWalabuMedia #SagaleeDhalootaa #OduuAmmee #News #Barnoota #Dinagdee #Hawaasummaa #Spoortii #Technology #Podcast #Oromoo #Oromia #Africa #Jumaa #SalaataJumaa #MasjidNur