📙 WANGEELLI HUNDUMAAF🕊 KONFIRANSII WAAQEFFANNAAFI GALATAA GUDDAA Galma Bar-kumeetti
ARARA TV WORLD WIDE
0:00 / 0:00
📙 WANGEELLI HUNDUMAAF🕊 KONFIRANSII WAAQEFFANNAAFI GALATAA GUDDAA Galma Bar-kumeetti
13 199 просмотров · 3 года назад
ARARA TV WORLD WIDE
444 тыс. подписчиков
13 199 просмотров · 3 года назад
📙 WANGEELLI HUNDUMAAF📙
🕊 KONFIRANSII WAAQEFFANNAAFI GALATAA GUDDAA
Galma Bar-kumeetti
🕛 Amajji 21, 2015 barii sa’a 12:00 eegalee
Sagantaa Kana Irratti
📖 Guyyaa Macaafa Qulqulluu ni ayyaaneffanna
📖 Namoota hiikuu Macaafa Qulqulluu keessatti shoora taphataniif beekamtiin ni kennama
🙏🏽 Yeroon Waaqeffannaa, kadhataafi yeroon fayyinaa adda te’e jira
Tajaaltoonni
✝️ Raajii Masarat Taayyee ✝️ Luba Dr Tasgaraa Hirphoo
🎸 Far. Addisuu Waahimaa 🎸 Far. Kabaa Fidoo
🎸 Far. Magarsaa Baqqalaa 🎸 Far. Raaheel Tafarraa
🎸 Far. Asseggid Abbabaa 🎸 Far. Guutuu Shifarraa
🎸 Far. Daawwit Boruu 🎸 Far. Yaadanii Margaa 🎸 Far. Amaanu’eel Ittaanaa
WALDAA MACAAFA QULQULLUU OROMO