Haramaya University COC Exam Explained in Afaan Oromo | Ibsaa Ga'aa fi Mala Salphaadhaan!
B4U Academy
0:00 / 0:00
Haramaya University COC Exam Explained in Afaan Oromo | Ibsaa Ga'aa fi Mala Salphaadhaan!
1 787 просмотров · 4 мес. назад
B4U Academy
3,48 тыс. подписчиков
1 787 просмотров · 4 мес. назад
🎓 B4U Academy keessatti baga nagaan dhuftan!
COC Exam irratti rakkoo qabduu? Yaaddoo hin qabinaa! Video kana keessatti COC Exam guutuu Afaan Oromootiin ibsaa ga'aa fi mala salphaadhaan isiniif dhiheessineerra.
📚 Video kana keessatti:
✅ COC Exam irratti ibsa guutuu
✅ Gaaffiiwwan barbaachisoo
✅ Deebii fi hiika isaanii
✅ Mala salphaa ittiin qophooftan
✅ Tarsiimoo qabxii gaarii galmeessitan
🎯 Kan fayyadu:
• Barattoota Yunivarsiitii
• Qophaa'oota COC Exam
• Namoota hubannoo isaanii guddisuu barbaadan
🔥 Bifaa salphaadhaan baradhaa, qabxii guddaa galmeessaa!
👍 Like godhaa
📤 Hiriyoota keessaniif share godhaa
🔔 B4U Academy subscribe godhaa
Milkaa'ina qormaata keessaniif hawwii gaarii!