Amaariffaan Wal barumsa Jalqabdootaaf | Part 3 - Karaa Salphaa ta'een Baradhaa!
Jira Learning
0:00 / 0:00
Amaariffaan Wal barumsa Jalqabdootaaf | Part 3 - Karaa Salphaa ta'een Baradhaa!
1 897 просмотров · 2 дн. назад
Jira Learning
8,93 тыс. подписчиков
1 897 просмотров · 2 дн. назад
Viidiyoo kana keessatti barumsa Afaan Amaaraa isa kutaa 3ffaa (Part 3) kan jalqabdootaaf baay'ee barbaachisaa ta'e karaa salphaa fi hubachuuf namatti toluun wal bira qabnee ilaalla. Hiriyoota keenya wajjin ta'uun akka itti fufnu, barnootni kunis afaanichaa saffisaan akka beeytan isin gargaara.
📌 Waan Viidiyoo kana keessatti argattan:
Jechoota fi gaalee bu'uuraa afaan Amaaraa
Haala itti fayyadama isaanii sirrii
Jalqabdootaaf gorsaa fi mala barachuu salphaa
Viidiyoo kana hanga dhumatti ilaaluun yaadni keessan maal akka fakkaatu comment irratti naaf barreessaa. Like, Share fi Subscribe gochuun maatii keenya ta'aa! Galatoomaa! ❤️
#AfaanAmaaraa #AmharicForBeginners #Oromia #Ethiopia #Education #Part3