ADEEMSAA BU'AA BA'II || Singer Girmaye Bayisa || Album 5 Track 4 || NEW GOSPEL SONG
GIRMAYE BAYISA OFFICIAL
0:00 / 0:00
ADEEMSAA BU'AA BA'II || Singer Girmaye Bayisa || Album 5 Track 4 || NEW GOSPEL SONG
70 029 просмотров · 1 год назад
GIRMAYE BAYISA OFFICIAL
59,5 тыс. подписчиков
70 029 просмотров · 1 год назад
GIRMAYE BAYISA OFFICIAL
ALBUM 5 TRACK 4
#girmaye_bayisa_official
#girmaye_bayisa_new_song
#girmaye_bayisa
Amalakoo rakkkisaa miira abbummaakeetiin anaaf obsitee
Har’allee na dhaabdeetta baayyina ayyaanakeetiin na dhoksitee
Kanaaf maal siif arjoomu abuuda inni qaalinis sumaan kuufamee
Kennaankoos maal siif godha anuu galatakeetiifan uumamee
Adeemsa bu’aa bayii karaati irra na fidde yeroon yaadu nan raajeffadha
Waa’eekeen ibsa jedhees jecha madaalu dhabee rifadheen ofitti qaanfadhaa
Du’aajjin oolee bulus eegumsa ati naaf gooteen sababiikeetiif an nagaadha
Waaqummaakee leellisuuf argnnoo nan barbaadu oolmaati naaf ooltetu ragaadha
falmaa ijibbaachisaa yeroo bidiruukoo qilleensi raasee
An siif jira naan jettee situ dhufee gurra kiyyatti asaase
Haalotaan abdii kutee anaa deemuuf waa mara sassaabatu
Oljedheeman si arge si’ii dhufee cina kiyya dhaabatu
Imala dadhabisiisaa bakka siifi him alle keessa naaf dhufte
Himata cubbuukootiin boolla afaan bane jiru narraa cufte
Dhugaan hunda galeessi waan namni itti abdi kutetu siif margaa
Utuu sin taane ta’ee iddoo awwaalchakootii maaltu argaa