Перейти к содержимому

Sheek amin ibro, Leylatul Qadr Keessatti Waan Guddaa Godhamuu Qabu 9 March 2026

Muslim Youth

0:00 / 0:00

Sheek amin ibro, Leylatul Qadr Keessatti Waan Guddaa Godhamuu Qabu 9 March 2026

9 298 просмотров · 6 месяцев назад
Muslim Youth
26 тыс. подписчиков
9 298 просмотров · 6 месяцев назад
Halkan Leylatul Qadrii halkan guddaa Islaamaa keessaa isa tokko dha. Halkan kana keessatti hojii gaarii tokko dalaguun ji’a kumaa caalaa caala jedhamee dubbatama. Video kana keessatti Sheek Amin Ibro waa’ee: maal akka godhamu halkan Leylatul Qadrii ibaadaa halkan kana keessatti hojjetamuu qabu du'aa fi salaata akkamitti daballu akkamitti rahmata Rabbii argannu bal’inaan ibsu. Halkan kana keessatti: ✅ Salaata dabalataa ✅ Qur’aana qara’uu ✅ Du'aa baay’isuu ✅ Astaghfirullah jedhaa tawbaa godhuu Yoo video kana jaallatte: 👍 Like godhi 💬 Comment barreessi 🔔 Channel subscribe godhi #LeylatulQadr #SheekAminIbro #IslamOromoo #Ramadan #LaylatulQadr #Quran #Dua #IslamicReminder #OromoIslam #IslamicVideo