Перейти к содержимому

Qawwee, Boombii fi Rasaasa "Saamunaa Nawu" Jannee Makiinaatti Feenee Baaleetti Ergine | 4/9 [Ep2421]

Ilmaormaa

0:00 / 0:00

Qawwee, Boombii fi Rasaasa "Saamunaa Nawu" Jannee Makiinaatti Feenee Baaleetti Ergine | 4/9 [Ep2421]

1 693 просмотра · 1 год назад
Ilmaormaa
5,12 тыс. подписчиков
1 693 просмотра · 1 год назад
Jaal Woldeen kurfii afreessoo kana keessatti, Barnootaaf yuunivaarsitiif Shaggar deemuufi haala 1970ta keessatti mullachaa ture, Yuunivaarsitii keessatti diddaafi warraaqsa barattootni gaggeessaa turan, Qabsaawootaafi hogganoota ABO waliin quunnamtii eegaluu, Jaal Magarsaa waliin obbolummaafi jaallummaan waan waliin hojjachaa turan, Idigaat Bahibraat Zamachaaf naannoo Wallootti bobbahuu, Dirqama ABO fudhachuun godina Baalee, Shaggarfi Harar bobbahuun dirqama gara-garaa raawwataa turaniifi seenaa dheertu kan biroo ka bara 1970ta nuunqooddatu. Dhihadhaa!