Перейти к содержимому

Nagaa nagaa koo hundee jireenyaa Alemu Mokonnin

Jireenya Mo'ataa ( Victories Life )

0:00 / 0:00

Nagaa nagaa koo hundee jireenyaa Alemu Mokonnin

22 694 просмотра · 2 года назад
Jireenya Mo'ataa ( Victories Life )
774 подписчика
22 694 просмотра · 2 года назад
Nagaa nagaa koo hundee jireenyaa Barreessaan : Alemu Mokonnin Sagaleen: Alemu Mokonnin Ka'umsa kootiif sababa hin beekuu, Mi'eeffannaa koo harkan ani eeguudhatii Yesuus, Nagaa nagaa koo hundee jireenyaa, Amanannaa koo Yesuus sin naaf qabeenyaa, 1.Utuu sin taanee toorarra hin jiru tureem maqaan koo, Situ dhaabbannan mul'achuu dide malee iddoon mudaa koo, Jaalala keenan jaallatamee fuula abbaattii, Situ jiraafan lubbuun jiraadhee amma har'aatti. 2.Qofaatti baasee dhoksaa koo itti himee na gargaarinnaa, Jedhee abdadhee namnan himadhee yoo ta'e diinaa, Hirqinfannaan koo hidda garaa irraa dhabus furmaataa, Namni jaabaatee eege guyyaa kee harka ulfaataa, Nagaa nagaa koo hundee jireenyaa, Hoo nagaa nagaa koo hoo nagaa nagaa koo, Haadhaaf abbaa koo.(2) 3.An si wajjiinin nan walii galaa toora hin gadhiisuu, Hundi jiraates akka nagaa keetti nan boqochiisuu, Baayee yoo hin taane iyyu amma muraasa argeera ijaani, Qabeenya caalaa beekumsaan faallaadha Yesuus kankee nagaani.