Sheikh Amin Ibro Masjiidni Mana Musliimaa: Salaata, Iimaana fi Akeekkachiisa Qishina Diinii
QajeelWay
0:00 / 0:00
Sheikh Amin Ibro Masjiidni Mana Musliimaa: Salaata, Iimaana fi Akeekkachiisa Qishina Diinii
1 156 просмотров · 7 месяцев назад
QajeelWay
19,4 тыс. подписчиков
1 156 просмотров · 7 месяцев назад
Masjiidni mana Musliimaa hundaati. Ijaarsi masjiidaa iimaana, salaata, akhlaaqaa fi hawaasa sirreessa. Nabi Muhammad ﷺ masjiidaa akka bakka qulqullina qalbii fi boqonnaa lubbuu ibsaniiru. Salaanni shanan akkuma lagaa qulqulluu, badii qulqulleessa.
Barnoota kana keessatti:
✔️ Faayidaa masjiidaa fi salaata shanan
✔️ Ijaarsa masjiidaa: qaamaa fi qalbii
✔️ Qalbii masjiidaatti hidhame maal jechuudha
✔️ Namoota furtuu toltuutii ta’an
✔️ Akeekkachiisa cimaa: Qishina (sakhraa’ina) diinii
✔️ Ragaa Qur’aanaa fi Ahaadiisa sahiihaa
⚠️ Qishina diinii, qoosa Islaamaa, Nabi ﷺ, Qur’aanaa fi ajaja Rabbii irratti qoosu — balaa guddaa fi kufrii ta’uu isaa baradhaa.
📌 Video kana share godhaa, subscribe gochuun hojii da’awaa kana deeggaruu hin dagatinaa.
00:00 – Faayidaa Masjiidaa: Mana Musliimaa hundaati
01:45 – Masjiidaa akka jannata qalbii
03:20 – “Innamaa ya‘muru masaajidallaah…”
05:10 – Ijaarsa masjiidaa: qaamaa & iimaanaa
06:50 – Fakkeenya lagaa fi salaata shanan
08:35 – Salaanni badii haqaa deemsisa
10:00 – Wudu’a gaarii fi masjiidaatti deemuu
11:30 – Ajrii salaata masjiidaa
12:55 – “Man sarrahu an yalqallaaha musliman…”
14:20 – Qalbii masjiidaatti hidhame
15:40 – Hojii gaarii & athar isaa
16:55 – Hawaasa keessatti fakkeenya gaarii ta’uu
18:20 – Of sirreessuu & hawaasa sirreessuu
19:40 – Qalbii qulqulluu (Qad aflaha man zakkaahaa)
21:05 – Guyyaa qiyaamaa: qalbii qulqulluu
22:25 – Al-Ghurabaa (Hadiisa)
23:50 – Furtuu toltuutii & cufaa hammeenyaa
25:10 – Nama hammaan sodaachisaa
26:20 – Akeekkachiisa: qishina diinii
27:30 – Qishina diinii mallattoo munaafiqoota
28:40 – Ragaa Qur’aanaa
29:30 – Murtii Islaamaa: qishina = kufrii
30:14 – Xumura & yaadachiisa