Kadir Martu - Samiirawwaa Hawwiyyaa | ልቤ ውስጥ ገብተሽ | AI Cover | Oromo Amharic Love Song
0:00 / 0:00
Kadir Martu - Samiirawwaa Hawwiyyaa | ልቤ ውስጥ ገብተሽ | AI Cover | Oromo Amharic Love Song
1935
1935
Sirba Haaraa Kadir Martu AI Cover — Samiirawwaa Hawwiyyaa
Sirbi kun Samiirawwaa fi Hawwiyyaa jechuun miira jaalalaa, hawwii fi nama onnee keessa seene yaadachuu ibsa. Gargar ba’uun akka nama miidhu, garuu waan hundi hojii Rabbii ta’uu fi obsaan fudhachuu akka barbaachisu ergaa keessa qaba.
“Garaan ifdadhabee… Samiirawwaa, Hawwiyyaa” jechuun hook sirbichaa ta’ee, dhaggeeffataa gara miira jaalalaa fi yaadannoo gadi fagoo keessa seensisa.
A powerful and emotional Oromo & Amharic AI Cover about love, separation, longing and the memories that remain deep inside the heart. The song combines expressive male vocals, clean electric guitar, synth bass, steady drums and a beautiful pentatonic melody.
ይህ የAI Cover ዘፈን ስለ ፍቅር፣ መለያየት፣ ናፍቆት እና በልብ ውስጥ ስለሚቀር ትዝታ የሚያወራ ስሜታዊ የሙዚቃ ስራ ነው። “ልቤ ውስጥ ገብተሽ ቤት አደረግሽው” የሚለው መልዕክት ፍቅር በሰው ልብ ውስጥ ምን ያህል ጥልቅ ቦታ እንደሚይዝ ያሳያል።
🎤 AI Cover Artist: Kadir Martu
🎶 Style: Oromo × Amharic Emotional Love Song
🎸 Sound: Electric Guitar • Synth Bass • Drums • Pentatonic Synth
💔 Theme: Love • Separation • Longing • Memories • Hope
Sirba kana yoo jaallattan LIKE 👍, COMMENT 💬 fi SUBSCRIBE 🔔 godhaa. Yaada keessan comment keessatti nuuf qoodaa, akkasumas nama sirba jaalalaa fi muuziqaa Oromoo jaallatuuf share godhaa.
#KadirMartu #Samiirawwaa #Hawwiyyaa #SirbaOromoo #ካዲርማርቱ #ሳሚራዋሀውይያ #ልቤውስጥ #SirbaJaalalaa #SirbaMiiraa #Jaalala #MuuziqaaOromoo #AICoverOromoo