Перейти к содержимому

US NASIR: ABJUU DINQISIISAA DR. ABIYYII FI ULAMAA’II MANAAMAN ARGAN! Vidiyoon Yaadannodha

QajeelWay

0:00 / 0:00

US NASIR: ABJUU DINQISIISAA DR. ABIYYII FI ULAMAA’II MANAAMAN ARGAN! Vidiyoon Yaadannodha

4 207 просмотров · 8 часов назад
QajeelWay
19,6 тыс. подписчиков
4 207 просмотров · 8 часов назад
Viidiyoo kana keessatti Ustaz Nasir abjuu ajaa'ibaa Dr. Abiy Ahmed fi Ulamaa'ii gurguddoo (Ustaz Ahmedin Jabal, Ustaz Yasin Nuru, fi kkf) waliin argan bal'inaan ibsu. Dhaamsa jabaa haqa, amanamaa ta'uu fi nageenya biyyaa ilaalchisee dabarsan hordofaa. Kutaalee Viidiyichaa) 00:00 - Seensa & Abjuu Dinqisiisaa Ustaz Nasir 00:33 - Ulamaa'ii fi Dr. Abiy Manaaman Mul'atan 01:45 - Iccitii Teessoo fi Dhaamsa Dr. Abiyyiif Kenname 03:25 - Gaaffii fi Dhimma Amaanaa Hawaasaa 05:40 - Bilbila (Nokia fi Smartphone) & Fakkeenya Isaa 07:50 - Imimmaan Ustazootaa & Booyicha Dr. Abiy 09:20 - Seenaa Mootii Najaashii fi Bulchiinsa Haqaa 11:00 - Dhimma Maatii, Mootummaa fi Hawaasaa 13:30 - Haala Itoophiyaa, Muuxannoo Biyya Alaa fi Qormaata 17:15 - Nageenya, Tokkummaa Biyyoottan Ollaa fi Dippilomaasii 20:45 - Biyya Bulchuu, Haqa Hawaasaa fi Ajaja Rabbii 22:15 - Miidiyaa Hawaasaa (Facebook) fi Dhiibbaa Isaa 24:30 - Dhaamsa Xumuraa: Tokkummaa fi Sababa Badhaadhinaa Ustaz Nasir, Dr Abiy Ahmed, Ustaz Ahmedin Jabal, Ustaz Yasin Nuru, Abjuu Dinqisiisaa, Manaama, QajeelWay, Ethiopian Muslim, Da'awaa Afaan Oromoo, Ergaa Jabaa