Birmadummaa Nyaataa! etv |Ebc |Etv Afaan Oromoo|Dokimantarii
Etv Afaan Oromoo
0:00 / 0:00
Birmadummaa Nyaataa! etv |Ebc |Etv Afaan Oromoo|Dokimantarii
193 просмотра · 1 дн. назад
Etv Afaan Oromoo
513 тыс. подписчиков
193 просмотра · 1 дн. назад
Itoophiyaan wabii Midhaan nyaataa ishee mirkaneessuuf ganna, bonaa fi Arfaasaa oomishaa jirti. Sektara qonnaa ceesisuuf qonni biyya keenyaa gateettii qotiyyoo irraa bu'uu qaba jedhamee irratti hojjetamaa jira. Bu'uuruma kanaan kutaalee biyyattii hedduutti lafti kan qotamu tiraaktaraan yommuu ta'uu kan haamamee dhahamu ammoo koombaayinaraan ta'ee jira. Qonni waliigalaa bara kanaa maal fakkaata? Oomishni isaa hoo? Guutuu qophii kanaa daawwadhaa! #etv #EBC #EtvAfaanOromoo Dokimantarii