Sheek amin ibro: Haadha Warraa Ofii Akkamitti Jaallatan? Fakkeenya Nabiyyii ﷺ
Muslim Youth
0:00 / 0:00
Sheek amin ibro: Haadha Warraa Ofii Akkamitti Jaallatan? Fakkeenya Nabiyyii ﷺ
335 просмотров · 6 дней назад
Muslim Youth
26 тыс. подписчиков
335 просмотров · 6 дней назад
Jaalalli Rasuulaa ﷺ fi Haadha Mu’uminootaa Aa’ishaa (RA) gidduu ture, jaalala, kabaja, rahmata fi obsa maatii Muslimootaaf fakkeenya guddaa dha. ❤️
Barnoota kana keessatti Sheek Amin Ibro seenaa fi mi'aa jaalala Rasuulaa ﷺ fi Aa’ishaa (RA) irratti ibsa nama hawwatu fi barnoota hedduu qabu nuuf dabarsa.
📌 Video guutuu ilaali; barnoota irraa waan hedduu argatta.
👍 Like godhi
📤 Namoota biroof qoodi
🔔 Channel kana Subscribe godhi.
#SheekAminIbro #Rasuulaa #Aisha #Aaishaa #JaalalaRasuulaa #SeenaaIslaamaa #GorsaIslaamaa #BarnootaIslaamaa #AfaanOromoo #IslamicReminder