DM-Ilma Oromo Diaspora tokko umurii waggaa 12tti Application haaraa 'AkkamChat' jedhu kalaqe.
Oromo Diaspora Media
0:00 / 0:00
DM-Ilma Oromo Diaspora tokko umurii waggaa 12tti Application haaraa 'AkkamChat' jedhu kalaqe.
836 просмотров · 3 дн. назад
Oromo Diaspora Media
191 тыс. подписчиков
836 просмотров · 3 дн. назад
ODM-Ilma Oromo Diaspora tokko Application haaraa AkkamChat jedhu kalaqe.Waaqaangaarii Ol'aanaa fi qindeessitoota eebba App kana Minisootaatti Sadaasa 1,2026@2:00PMtti 913 E Franklin Ave, Minneapolis, MN 55404 karoorfame.Dhimma kanarratti Oromo Diaspora Media(ODM) Obbo Oliyaad Abdiisaa(Abbaa), Obbo Amantii Tarfaa(Qindeessaa qophii kana) fi Ibsaa Giloo(Software Engineeer)turtii taasifnee jirra