Afaan Amaaraa Afaan Oromootiin Baradhaa | Fideloota Barnoota Afaan Amaaraa Guutuu
BARSIISAA ABDATAA
0:00 / 0:00
Afaan Amaaraa Afaan Oromootiin Baradhaa | Fideloota Barnoota Afaan Amaaraa Guutuu
1 501 просмотр · 1 мес. назад
BARSIISAA ABDATAA
4,32 тыс. подписчиков
1 501 просмотр · 1 мес. назад
Description
Barnoota Afaan Amaaraa Afaan Oromootiin salphaatti baradhaa. Viidiyoo kana keessatti akkamitti fideloota Afaan Amaaraa dubbisuu fi barreessuu akka dandeessan ni barattu.
Barnoota kana hordofuun dubbisa Afaan Amaaraa keessan bu’uura irraa cimsadhaa. Viidiyoo kana *Like* godhaa, *Subscribe* godhaa, akkasumas namoota Afaan Amaaraa barachuu barbaadan waliin qoodaa.
*BA Language and Computer Training Center* irraa barnoota Afaanii fi kompiitaraa qulqullina qabu argadhaa.
#AfaanAmaaraa #AfaanOromoo #Fidel #BarnootaAfaanAmaaraa #BA LanguageAndComputerTrainingCenter