Перейти к содержимому

Sheek Zaakir:Jecha Qofaan Akkamitti Jannata Argattu?

Muslim Youth

0:00 / 0:00

Sheek Zaakir:Jecha Qofaan Akkamitti Jannata Argattu?

622 просмотра · 3 месяца назад
Muslim Youth
26,5 тыс. подписчиков
622 просмотра · 3 месяца назад
Assalaamu Alaikum Warahmatullaahi Wabarakaatuh. Baga gara Muslim Youth dhuftan. Channel kana irratti: ✅ Darsii Islaamaa ✅ Gorsa jireenyaa ✅ Khuxbaa fi waamicha gara Rabbiitti ✅ Seenaa nama irraa baratamu ✅ Du'aa'ii fi zikrii ✅ Barnoota mootummaa qalbii fi iimaanaa ni argattu. 📌 Video keenya irraa yoo fayyadamtan: 👍 Like godhaa 💬 Yaada keessan nuuf barreessaa 🔔 Subscribe gochuun maatii Muslim Youth ta'aa 📤 Hiriyoota keessaniif qoodaa "Namni gara kheeyriitti nama waame, mindaa nama isa hordofee hunda irraa qooda qaba." Jazakumullaahu Khayran. #MuslimYouth #IslamicReminder #OromooDawah #IslamicVideo #Quran #Hadith #SheikhAminIbro #UstazIbsaHasan #Daawah #MuslimOromoo #Towbaa #GorsaIslaamaa #Iimaanaa #Duaii #Zikrii #Khuxbaa #Oromia #IslamicChannel #MuslimYouthOfficial #Reminder