Перейти к содержимому

💚 BILAAL IBNU RABAAH: GURRAACHA HABASHAA SEENAA AJAA'IBAA! 😢 | SEENAA BARUMSA QABDU | AL-HADAF-MEDIA

AL-HADAF-MEDIA 🎬

0:00 / 0:00

💚 BILAAL IBNU RABAAH: GURRAACHA HABASHAA SEENAA AJAA'IBAA! 😢 | SEENAA BARUMSA QABDU | AL-HADAF-MEDIA

202 просмотра · 2 нед. назад
AL-HADAF-MEDIA 🎬
2,71 тыс. подписчиков
202 просмотра · 2 нед. назад
📌 YouTube Description – AL-HADAF-MEDIA بِسْمِ اللَّهِ الرَّحْمَٰنِ الرَّحِيمِ Assalaamu Alaikum Warahmatullaahi Wabarakaatuh! ❤️🤲 🎥 SEENAA AJAA'IBAA BILAAL IBNU RABAAH رضي الله عنه | GURRAACHA HABASHAA Viidiyoo kana keessatti seenaa ajaa'ibaa Sahabaa kabajamaa Bilaal ibnu Rabaah (RA), gurraacha Habashaa fi mu'azzina Ergamaa Rabbii ﷺ ture, waliin baranna. 📖 Bilaal ibnu Rabaah (RA) nama iimaana cimaa qabu, obsaan beekamuu fi Islaamaaf wareegama guddaa kaffale ture. Seenaa isaa irraa barumsa guddaa argachuu dandeenya. 💚 Viidiyoo kana daawwadhaa; seenaa isaa irraa baradhaa, namoota biroottis qoodaa! 👍 Yoo viidiyoon kun isin gammachiise: Like godhaa 👍 Channel keenya AL-HADAF-MEDIA Subscribe godhaa 🔔 Yaada keessan Comment irratti barreessaa 💬 Hiriyoota keessaniif Share godhaa 📲 جزاكم الله خيراً 🔖 Hashtags #BilaalIbnuRabaah #SeenaaIslaamaa #Sahaboota #BarumsaIslaamaa #AfaanOromoo #ALHADAFMEDIA #IslamicHistory #BilalIbnRabah