Dhukkuba Dadhabbii onnee(Heart failure)
Dr Gamteessaa(MD)
0:00 / 0:00
Dhukkuba Dadhabbii onnee(Heart failure)
4 372 просмотра · 2 года назад
Dr Gamteessaa(MD)
5,09 тыс. подписчиков
4 372 просмотра · 2 года назад
Hiika Dhibee dhukkuba Dadhabbii onnee, mallattoolee isaa fi eeggannoolee dhukkubsataa dhukkuba onnee qabuuf godhamuu qabu maal akka ta'e viidiyoo kana keessatti isiniif ibsameera,like share waliif gochuun itti fayyadamaa ta'aa. Gaaffii,qeeqafi Waan Isiniif hin Galle gaafadhaa, hubannoo fayyaa keessan cimsadhaa.
This vedio was made by Dr Gamtessaa,on community awareness creation on disease called heart failure and how to prevent and control of it by afan oromo,march 2024.