Перейти к содержимому

09. Maaliif ta'e laa? | Jireenyaafi Dammituu | Vol 5 | 2026

Jireenyaa fi Dammituu Official

0:00 / 0:00

09. Maaliif ta'e laa? | Jireenyaafi Dammituu | Vol 5 | 2026

19 670 просмотров · 7 месяцев назад
Jireenyaa fi Dammituu Official
9,5 тыс. подписчиков
19 670 просмотров · 7 месяцев назад
09. Maaliif ta'e laa? | Jireenyaafi Dammituu | Vol 5 | 2026 MAALIIF TA'E LAA ? Maaliif ta'e laa kun maalif ta'e Jedhee dhaabate kan of gaafatu namni maaf dhibe Beekaa fi wallaalaan gadda(cal- jedhee) adeema gaaffiin guutame humni isaa bu'ee mogolee dhabe (2)   Waaqayyoon dhaga'uu fi sodaachuutu bara keenya keessa nutti hir'ate malee Furmanni hunduumtuu harka isaa jira maaltu isa dhiba humna isaa caalee  (2) Jaalalli badee jibbi wal-hore Namni jal'ina faana hiriire (2) Qulqullumaan badee dhaloota cubbuun mancaase Abboommi kee irra daddarbee seerakee eeguu itti dhiise Kun teessoo kee irraa si kaase   Oh oh waaqayoo(4)   Gaabbinee gara keetti   deebina  biyya keenyatti   araarami siin jenna   Gaabbinee gara keetti   deebina saba keenyatti   araarami siin jenna   Gaabbinee gara keetti   deebina dhalootatti araarami   siin jenna Beekaan deebi'ee wallaalaa ta'e Lafti jal'inaa fi yakkaan manca'ee Namni garaa jabaate kiyyoo cubbuutti wal-galcha Abboommii keerra daddarbaa waan barbaadetti harka laachaa Kun nutti fide dha'icha   Maal irraa akka kufnee kottaa   hin yaadanna   Gara isaatti deebinee qalbii   diddiirranna   Fiigichi keenya kun garam      laa? dhumni  isaa          Dadhabbii duwwamoo   gonfoo nu baachisa Oh oh waaqayyoo (4) Gabbinee gara keetti deebinaa Biyya keenyatti araarami siin jenna Gabbinee gara keetti deebina saba keenyaatti araaram siin jenna Gaabbinee gara keetti deebina dhalootatti araarami siin jenna #Farfannaa Afaan Oromoo #Jireenyaafi Dammituu