Перейти к содержимому

Hidhattoonni Faannoo Noonnootti namoota 20 ol ajjeesuu | BBC News Afaan Oromoo

BBC News Afaan Oromoo

0:00 / 0:00

Hidhattoonni Faannoo Noonnootti namoota 20 ol ajjeesuu | BBC News Afaan Oromoo

18 589 просмотров · Трансляция закончилась 10 месяцев назад
BBC News Afaan Oromoo
193 тыс. подписчиков
18 589 просмотров · Трансляция закончилась 10 месяцев назад
Sagantaa Raadiyoo Onkoloolessa 20/2025 -Hidhattoonni Faannoo Noonnootti namoota 20 ol ajjeesuu jiraattoonni himachuu. Bakka Ministira Muummee Abiyiin xiyyeeffannoo argate Holqi Soof Umar. -Sirna Ayyaantuu fi Waaqeffannaa Arsadiirraa dhorkamerratti dhiyaaate. Kaanis qabna, dhiyaadhaa! Odeeffannoo ispoortii fi kaanis qabna, dhiyaadhaa! Asiin seenaa 'subscribe' nu tolchaa 👉 https://bbc.in/45t1XNZ Sagantaan Raadiyoo BBC Afaan Oromoo Wiixataa hanga Jimaataa ALI galgala sa'aatii 2:50 hanga 3:10 kallattiin isin bira gaha. Dhimmoota biyya keessaafi alaa, oolmaa addunyaa, siyaasa, fayyaa, ispoortiifi kaan haala isin hawwatuun isin biraan geenya. Marsariitii 👉🏽 https://www.bbc.com/afaanoromoo Facebook 👉🏽   / bbcnewsafaanoromoo   WhatsApp 👉🏽 https://whatsapp.com/channel/0029Vawy... #ethiopia #bbcnewsafaanoromoo #bbcafaanoromoo #oromoo #egypt #ethiopia Somalia